waa’ee Dhaabbatichaa

Dhaabbanni keenya namoota dhuunfaafi dhaabbilee garaa garaa kanneen Biyya Itoophiyaa keessa jiraniifi akkasumas biyyootagaraa garaa jiraniif akkaataa fedhii isaaniitti tajaajila garaa garaa kenna. Tajaajilli nuyi kenninu muraasni biyya otoophiyaa keessa keessumaa immoo magaara Shaggar keessa kan jiraniif qofa yoo tahu tajaajilli keenya hedduun immoo kanneen biyya bakkee jiranis ni hammata. Tajaajilli nuyi kenninu 1. Meeshaalee… Continue reading waa’ee Dhaabbatichaa

Baga Geessan

Dhalli namaa lubbuu qabeeyyii biraarraa kan ittiin adda bahu keessaa tokko, kan darbeef galateeffachaa kan dhufuuf immoo uumaa isaa kadhachuudha. Bara haaraatin baga geessan jechaa barri itti aanu bara itti milkooftaniifi bara isiniif maatiin keessa nagaan baatanii galtaniifi bara itti gammaddan isiniif haa ta’u. Jalata Temesgen/ jalatacmsmgt.com.et