Dhalli namaa lubbuu qabeeyyii biraarraa kan ittiin adda bahu keessaa tokko, kan darbeef galateeffachaa kan dhufuuf immoo uumaa isaa kadhachuudha.
Bara haaraatin baga geessan jechaa barri itti aanu bara itti milkooftaniifi bara isiniif maatiin keessa nagaan baatanii galtaniifi bara itti gammaddan isiniif haa ta’u.
Jalata Temesgen/ jalatacmsmgt.com.et