Baga Nagaan Dhuftan

Kun fuula marsaareetii dhaabbata keenyaati. Waan nu dawwattaniif galatoomaa!

By jalatabayisa@gmail.com

Jaallataan waggoota 10 darban keessatti hojiiwwan garaa garaa qacaruufi qacaramuudhaan hojjechaa kan turee fi ammas hojjechaa kan jirudha. Yeroo ammaa kanas dhaabbata ethio telecom keessatti Ogeessa olaanaa teeleebirrii tahee tajaajilaa kan jiru yoo tahu hojiiwwan akka yuniversiitii keessatti barsiisuu, hojii hoteelaa Raabsa meeshaalee ijaarsaa fi kkf irratti hojjechaa tureera hojjechaas jira.