waa’ee Dhaabbatichaa

Dhaabbanni keenya namoota dhuunfaafi dhaabbilee garaa garaa kanneen Biyya Itoophiyaa keessa jiraniifi akkasumas biyyootagaraa garaa jiraniif akkaataa fedhii isaaniitti tajaajila garaa garaa kenna.
Tajaajilli nuyi kenninu muraasni biyya otoophiyaa keessa keessumaa immoo magaara Shaggar keessa kan jiraniif qofa yoo tahu tajaajilli keenya hedduun immoo kanneen biyya bakkee jiranis ni hammata.
Tajaajilli nuyi kenninu
1. Meeshaalee ijaarsaa raabsuu
2. Ijaarsa manaa
3. Bishaanii fi Ibsaa diriirsuu
4. Hojii Aluminiyeemii
5. Hojii xumura ijaarsaa
6. Pilaanii ijaarsaa fi hordoffii
7. Honii multii miidiyaa
8. Waraabbii suursagalee guutuu
9. Website development and support
10. Web Hosting with both ethiotelecom and abroad operators
11. Web based and desktop based App development
12. System maintenance, follow up and development
13. Leenjii meeshaalee muuziqaa

By jalatabayisa@gmail.com

Jaallataan waggoota 10 darban keessatti hojiiwwan garaa garaa qacaruufi qacaramuudhaan hojjechaa kan turee fi ammas hojjechaa kan jirudha. Yeroo ammaa kanas dhaabbata ethio telecom keessatti Ogeessa olaanaa teeleebirrii tahee tajaajilaa kan jiru yoo tahu hojiiwwan akka yuniversiitii keessatti barsiisuu, hojii hoteelaa Raabsa meeshaalee ijaarsaa fi kkf irratti hojjechaa tureera hojjechaas jira.

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *